adii
Appearance
kanaslaali : diimaa, daalacha, garsamii
Afaan Oromoo
jecha Afaan Oromoo durjireessa adii
- Adiin bifa fagoorraa mul'atuu danda'u.
Maqibsii
- calqii, weeca, halluu ifaa kan fagoo irra argamu, dambalii ifaa kamiyyuu walqixxee kan ofirraa deebisu.
Adii: #FFFFF0
- Hiika Afaanota Biroon
adii.
Halluuwwan dhaabbatoo (gulaali) |
adii - meeta - daalacha - gurraacha - boora - diimaa - arfaasee - warqee - keelloo - garsamii - magariisa - diimbiyyoo - cuquliisa - siddisee - dhiilgee - bildimaa - daammii - diimadii |