Jump to content

Osillee

Wikipedia irraa

Maqaan saayinsii isaa Procavia habessinica jedhama. right|thumb|400x400px| hholqa Soof Umarittii Osillee Osilleen marga dheeddi. Ha’oon nyaatti.  Halala hin guurtu liqimsitee kan daakame gadi baaftee  deebistee nyaatti.Ilkaan fulduree akka kan hantuutaa yeroo hunda guddata. Bishaan kale keessatt waan kuufatuuf dheebuu dandeesi. Osiileen kattaatti galti, tuutaan jiraatti.  Rimaa naannaa ji’a saddeeti gahu booda hanga ilmoo afurii dhalti.ariisaaf naannaa waggaa fi walakkaati geessi.