Jump to content

Miqiqqirii

Wikipedia irraa

Miqiqqirii ykn goora ykn hidda dugugguruu jechuun qaama sirna aarsituu wiirtuuti. Innis caasaa dheeraa ujummoo fakkaatu kan hangullaa diriiraa (medulla oblongata) irraa kan ka’u yoo ta’u, kutaan sammuu walitti qabama qajjisa (fibers )aarsituu of keessaa qabu yoo ta’u, lafee dugugguruu keessaa kan fiigudha. Innis hundee lama (hundee dugda fi garaa) kan qajjisa (fibers ) aarsituu walitti makamuun narvii lafee dugda uumuun kan qoodame dha.

Qaamoolee Miqiqqirii
1 Bo'oo wiirtuu
2 posterior median sulcus
3 Qaama xilloo
4 Qaama adii
5 Hidda dugdaa (left),Hidda dugdaa (right)
6 Hiddaa qocimaa
7 Ruubana
8 Dhiigraabsituu dugdaa fulduroo
9 galkaa orbobbiisaawaa
10 galkaa jabinaa